Israa'el namoota baqattoota diinagdeeti jettu kunneen baqattoota dhiibbaa bulchiinsa biyya isaanii keessa jiru baqatanii, du'aafi jireenya keessaan Gammoojjii Sahaaraafi Galaana Mediteraniyaanii ...
Tapha Waancaa Addunyaa 21 guyyaa muraasan boodaa Raashiyaatti jalqabamuuf biyyoonni hirmaatan tapha michoomaa taphataa jiru. Arjentiinaan tapha michoomaa Isiraa'el waliin Sanbata darbe Yerusaalemitti ...